boqqolloo ma.

GAO

Hiika

midhaan agadaa kan lafa o'aa (gammoojjii) fi badda daree ta'etti margu, kan 'aangii irratti suuqqatee  yeroo bilchaatu asheeta isa guggubanii yookiin affeelame, falfalanii nyaatan, badallaa.
Sponsors