Galmee Jechootaa Afaan Oromoo

Hiika Jechoota
1,868 Jechoota
bokoksuu go.
GAO

akka bokoku gochuu; Ammeebaan garaa nama bokoksuu.

bokokuu go.
GAO

1.garaan afuufamuu, dhiita'uu. 2. aaranii waan hundaan oodanii taa'uu, mufachuu.

bokokuu go.
GAO

1.garaan afuufamuu, dhiita'uu. 2. aaranii waan hundaan oodanii taa'uu, mufachuu.

bolaalee
GAO

"bulaalee" ilaalaa.

bolango
GAO

"boolla" ilaalaa.

bololuu go.
GAO

nyaata dharra'anii argatan daddafanii nyaachuu dhudha'uu.

bololuu go.
GAO

nyaata dharra'anii argatan daddafanii nyaachuu dhudha'uu.

bombaa’aa ad.
GAO

mirgoo ilkaan hincabsine.

bombaa’aa ad.
GAO

mirgoo ilkaan hincabsine.

bombaatuu ad.
GAO

raada ilkaan hincabsine.

bombaatuu ad.
GAO

raada ilkaan hincabsine.

bombisa
GAO

"qarcaasaa" ilaalaa.

bona ma.
GAO

1.yeroo roobni hinjirre kan birraatti aanee dhufu. 2.ji'oota caamsaa. 3.yeroo aduun hara malee ta'u;...

bona ma.
GAO

1.yeroo roobni hinjirre kan birraatti aanee dhufu. 2.ji'oota caamsaa. 3.yeroo aduun hara malee ta'u;...

bonee ad.
GAO

tan yeroo bonaa bishaan xiqqaan margitu.

bonee ad.
GAO

tan yeroo bonaa bishaan xiqqaan margitu.

bonko ma.
GAO

uffata dubartii kan gogaa irraa qophaawu.

bonko ma.
GAO

uffata dubartii kan gogaa irraa qophaawu.

boo'ii
GAO

1.lafa dhiphatee qotamee bishaan keessa yaa'u, Akka lolaan sanyii hin barre boo'ii baasi. 2. kutaa l...

boo'ii
GAO

1.lafa dhiphatee qotamee bishaan keessa yaa'u, Akka lolaan sanyii hin barre boo'ii baasi. 2. kutaa l...

Sponsors