boo'ii

GAO

Hiika

1.lafa dhiphatee qotamee bishaan keessa yaa'u, Akka lolaan sanyii hin barre boo'ii baasi. 2. kutaa lafaa kan yeroo sanyii facaasan akka namatti tolee sanyii waliin gayaniif qotanii baasan.
Sponsors