Galmee Jechootaa Afaan Oromoo

Hiika Jechoota
1,868 Jechoota
belbeluu go.
GAO

aariidhaan gubachuu, boba1uu.

belbeluu go.
GAO

aariidhaan gubachuu, boba1uu.

beldii ad.
GAO

waan hara malee haphatu.

beldii ad.
GAO

waan hara malee haphatu.

beleshee ad.
GAO

kan dirribii hinta'in (yeroo baay'ee uffataaf), belesee; Naxalaa belesheen qorra irraa nama hin oolc...

beleshee ad.
GAO

kan dirribii hinta'in (yeroo baay'ee uffataaf), belesee; Naxalaa belesheen qorra irraa nama hin oolc...

benii ad.
GAO

midhaan raacitiin utuu itti hinnam'in tolfamu.kan afaanitti lem lem jedhu (mi’aawu); Buddeenni ben...

benii ad.
GAO

midhaan raacitiin utuu itti hinnam'in tolfamu.kan afaanitti lem lem jedhu (mi’aawu); Buddeenni ben...

bexxellee
GAO

"bixxillee 1” ilaalaa.

bichee ma.
GAO

cittoo fardaa;Fardi bichee qabu mukatti rigata. 2..cittoo shishifii nafa namaatti

bichee ma.
GAO

cittoo fardaa;Fardi bichee qabu mukatti rigata. 2..cittoo shishifii nafa namaatti

bichuu ma.
GAO

simbira dimbiixii fakkaattu.

bichuu ma.
GAO

simbira dimbiixii fakkaattu.

bicuu ad.
GAO

waan xiqqoo, maddee.

bicuu ad.
GAO

waan xiqqoo, maddee.

biilaa ma.
GAO

1.waan qaqalloo dhadhaabbatu kan fiixee daraaraa garbuutiifi qamadiitti magartu; Asheeta garbuu irra...

biilaa ma.
GAO

1.waan qaqalloo dhadhaabbatu kan fiixee daraaraa garbuutiifi qamadiitti magartu; Asheeta garbuu irra...

biiltuu ad.
GAO

tan biilaa baaftu yookiin qabdu.

biiltuu ad.
GAO

tan biilaa baaftu yookiin qabdu.

biiluu go.
GAO

daraaree biilaa baasuu; Garbuufi qamadii malee atarri hinbiilu.

Sponsors