biilaa ma.

GAO

Hiika

1.waan qaqalloo dhadhaabbatu kan fiixee daraaraa garbuutiifi qamadiitti magartu; Asheeta garbuu irraa biilaa caccabsanii yoo nyaatan malee qoonqoo nama wawwaraana 2 . waan qaqal'aa qara qabu; Dhaddeen yoo bira ga'an biilaa namatti facaafti.
Sponsors