Galmee Jechootaa Afaan Oromoo

Hiika Jechoota
1,868 Jechoota
beeksifachuu go.
GAO

akka ormi namaa beeku gochuu, ifa baafachuu

beeksifachuu go.
GAO

akka ormi namaa beeku gochuu, ifa baafachuu

beeksisa ma.
GAO

1. akka beeku gocha. 2. yaada barreeffamee bakka ifatti argamutti maxxansamu yookiin bakka namni ba...

beeksisa ma.
GAO

1. akka beeku gocha. 2. yaada barreeffamee bakka ifatti argamutti maxxansamu yookiin bakka namni baa...

beeksisuu go.
GAO

akka beeku gochuu.

beeksisuu go.
GAO

akka beeku gochuu.

beektuu ad.
GAO

dubartii beekumsa qabqu, ogeettii.

beektuu ad.
GAO

dubartii beekumsa qabqu, ogeettii.

beekuma
GAO

”barumsa” ilaaiaa.

beekumsa
GAO

"barumsa 11 ilaalaa.

beekuu go.
GAO

1.maalummaa waan ta'ee baruu. 2. wallaala jalaa bawuu, beekumsa argachuu.

beekuu go.
GAO

1.maalummaa waan ta'ee baruu. 2. wallaala jalaa bawuu, beekumsa argachuu.

beela ma.
GAO

1.qoonqoon nama qabiisa, barbaachi nyaataa namatti dhaga'amina. 2. waan nyaatan dhabanii rakkoo gud...

beela ma.
GAO

1.qoonqoon nama qabiisa, barbaachi nyaataa namatti dhaga'amina. 2. waan nyaatan dhabanii rakkoo gudd...

beela'a
GAO

”beela”  ilaalaa.

beela'a
GAO

”beela”  ilaalaa.

beela'aa ad.
GAO

1.nama qoonqoon qabde. 2. nama waan nyaatu hinqabne, rakkataa.

beela'aa ad.
GAO

1.nama qoonqoon qabde. 2. nama waan nyaatu hinqabne, rakkataa.

beela'uu go.
GAO

1. qoonqoon nama qabuu, nyaata barbaaduu. 2.rakkoon beelaa nama irra gawuu.

beela'uu go.
GAO

1. qoonqoon nama qabuu, nyaata barbaaduu. 2.rakkoon beelaa nama irra gawuu.

Sponsors