beela ma.

GAO

Hiika


1.qoonqoon nama qabiisa, barbaachi nyaataa namatti dhaga'amina. 2. waan nyaatan dhabanii rakkoo guddaan nama irra gayiisa, oongee, gadadoo; Bara beelaatti aanee dhibeen hindhabamu,· "Abjuun bara beelaa biddeen biddeen jetti.”
Sponsors