Galmee Jechootaa Afaan Oromoo

Hiika Jechoota
1,868 Jechoota
barbaaddachuu go.
GAO

waan nama jalaa bade yookiin dhokate argachuuf dhama'uu, soqachuu.

barbaaduu go.
GAO

1. waan tokko kajeeluu yookiin fedhuu. 2. waan badee dhokate arguuf dhama'uu, ilaaluu yookiin gaafac...

barbaaduu go.
GAO

1. waan tokko kajeeluu yookiin fedhuu. 2. waan badee dhokate arguuf dhama'uu, ilaaluu yookiin gaafa...

barbadaa 1 ma.
GAO

daaraa o'aa giimii akkaatu, ramaxaa.

barbadaa 1 ma.
GAO

daaraa o'aa giimii akkaatu, ramaxaa.

barbadaa 2 ad.
GAO

Kan wanti tokkollee irra hinjirre, duwwaa yookiin qulqulluu;

barbadaa 2 ad.
GAO

Kan wanti tokkollee irra hinjirre, duwwaa yookiin qulqulluu;

barbadaawuu go.
GAO

waanti tokkollee irratti hafuu dhabuu (dhiisuu), qulqullaawuu.

barbadaawuu go.
GAO

waanti tokkollee irratti hafuu dhabuu (dhiisuu), qulqullaawuu.

barbadeessuu go.
GAO

duwwaatti hambisuu, irraa fixuu; Horii bakkee tokko duwwayoo dhaabani lafa barbadeessu, marga irraa...

barbadeessuu go.
GAO

duwwaatti hambisuu, irraa fixuu; Horii bakkee tokko duwwayoo dhaabani lafa barbadeessu, marga irra...

barbarree ma.
GAO

qaaraa diimatee yeroo gogu qimamii wajjin daakanii akka afaan nama o1isu yookiin ittoo (waxii) mi'e...

barbarree ma.
GAO

qaaraa diimatee yeroo gogu qimamii wajjin daakanii akka afaan nama o1isu yookiin ittoo (waxii) mi'...

barcaa
GAO

"galaboo 1"  ilaalaa.

barcee ad.
GAO

waan battee addaan jedhe.

barcee ad.
GAO

waan battee addaan jedhe.

barceessuu go.
GAO

barcee yookiin battee taasisuu.

barceessuu go.
GAO

barcee yookiin battee taasisuu.

barcina ma.
GAO

barcee ta'iisa.

barcina ma.
GAO

barcee ta'iisa.

Sponsors