barbaaduu go.

GAO

Hiika


1. waan tokko kajeeluu yookiin fedhuu. 2. waan badee dhokate arguuf dhama'uu, ilaaluu yookiin gaafachuu. 3. miidhuuf yaada yookiin qophii qabaachuu;


"Odoon hamaa isaaniihindubbatin maalif na barbaadu?"
Sponsors