Galmee Jechootaa Afaan Oromoo

Hiika Jechoota
1,868 Jechoota
baqfamuu go.
GAO

akka baqu godhamuu.

baqsa ma.
GAO

dhadhaa, cooma yookiin waan akkasii abidda irra yookiin aduu keessa kaa'anii o'isanii dhangala'aatti...

baqsa ma.
GAO

dhadhaa, cooma yookiin waan akkasii abidda irra yookiin aduu keessa kaa'anii o'isanii dhangala'aatt...

baqsaa ma.
GAO

dhadhaa baqfame; "Baqsaadhaan malee addaannoon marqaa hinnyaatan."

baqsaa ma.
GAO

dhadhaa baqfame; "Baqsaadhaan malee addaannoon marqaa hinnyaatan."

baqsiisuu go.
GAO

akka baqu gochuu; Moora gogaa dibuuf aduu keessatti baqsu.

baqsiisuu go.
GAO

akka baqu gochuu; Moora gogaa dibuuf aduu keessatti baqsu.

baquu go.
GAO

1. dhadhaan, coomni yookiin wanti akkasii o'ee dhangala'aatti geeddaramuu; Bakka qorru ykn bakke o '...

baquu go.
GAO

1. dhadhaan, coomni yookiin wanti akkasii o'ee dhangala'aatti geeddaramuu; Bakka qorru ykn bakke o ...

baqxuu ad.
GAO

tan coomtee, furdattee cululuqxe.

baqxuu ad.
GAO

tan coomtee, furdattee cululuqxe.

bar-eger
GAO

"bara egeree" ilaalaa.

bara 1 ma.
GAO

1. ji'a kudhalama, waggaa, oggaa; 2. yeroo, dheeraa, jabana;

bara 1 ma.
GAO

1. ji'a kudhalama, waggaa, oggaa; 2. yeroo, dheeraa, jabana;

bara 2
GAO

"beela" ilaalaa.

bara 2
GAO

"beela" ilaalaa.

bara 3 ma.
GAO

waan duraan hinbeekne beekumsa; "Waan hin beekne bara homtuu hin jibbu."

bara 3 ma.
GAO

waan duraan hinbeekne beekumsa; "Waan hin beekne bara homtuu hin jibbu."

bara bara da.go.
GAO

1. waggaa tokko, darbee darbee, ennaa; Barabara bokkaan datee hinroobu. 2. yeroo hundumaa; Bara bara...

bara bara da.go.
GAO

1. waggaa tokko, darbee darbee, ennaa; Barabara bokkaan datee hinroobu. 2. yeroo hundumaa; Bara bar...

Sponsors