baquu go.

GAO

Hiika

1. dhadhaan, coomni yookiin wanti akkasii o'ee dhangala'aatti geeddaramuu; Bakka qorru ykn bakke o ' u yoo dhadhaa kaa'an baquun waan hin'oolle. 2. jiruun namatti tolee fuulli namaa cululuquu.
Sponsors