Galmee Jechootaa Afaan Oromoo

Hiika Jechoota
1,868 Jechoota
baqaanii ma.
GAO

gaarii ta'iisa, tola.

baqaanii ma.
GAO

gaarii ta'iisa, tola.

baqaanuu go.
GAO

gaarii ta'u toluu.

baqaanuu go.
GAO

gaarii ta'u toluu.

baqacha
GAO

"baqata" ilaalaa.

baqachiifachuu go.
GAO

waan tokko hamaa jalaa baafachuu, dhokfachuu.

baqachiifachuu go.
GAO

waan tokko hamaa jalaa baafachuu, dhokfachuu.

baqachiisuu go.
GAO

akka baqatu gochuu.

baqachiisuu go.
GAO

akka baqatu gochuu.

baqachuu go.
GAO

1. waan hamaa jalaa dheessuu, deemuu; Diina dhufe waraanuu dadhabnan baqachuu barbaachisa. 2. namatt...

baqachuu go.
GAO

1. waan hamaa jalaa dheessuu, deemuu; Diina dhufe waraanuu dadhabnan baqachuu barbaachisa. 2. namat...

baqaq'aa ma.
GAO

1. luqqisaa migiraa kan ittiin hodhuuf tarsaafame; "Baqaqsaa malee shutaan qalamii hincuubamu." 2. ...

baqaq'aa ma.
GAO

1. luqqisaa migiraa kan ittiin hodhuuf tarsaafame; "Baqaqsaa malee shutaan qalamii hincuubamu." 2....

baqaqa ma.
GAO

wanti tokko (yeroo baay'ee muka) addaan tarsa'a; "Mukti ija guddatu sarmee hinbaqaqu."

baqaqa ma.
GAO

wanti tokko (yeroo baay'ee muka) addaan tarsa'a; "Mukti ija guddatu sarmee hinbaqaqu."

baqaqaa ad.
GAO

Waan addaan tarsa'e, Baqaqaa lafaa seeneeti lukti cabe.

baqaqaa ad.
GAO

Waan addaan tarsa'e, Baqaqaa lafaa seeneeti lukti cabe.

baqaqfachuu go.
GAO

1. addaan tarsaafachuu. 2. lafa duudaa qonnaa calqabuu. 3. uffata haaraa hodhisiifachuuf xaaqaa irra...

baqaqfachuu go.
GAO

1. addaan tarsaafachuu. 2. lafa duudaa qonnaa calqabuu. 3. uffata haaraa hodhisiifachuuf xaaqaa irr...

baqaqfamuu go.
GAO

addaan baafamuu, tarsaafamuu.

Sponsors