baqachuu go.

GAO

Hiika

1. waan hamaa jalaa dheessuu, deemuu; Diina dhufe waraanuu dadhabnan baqachuu barbaachisa. 2. namatti dhufuu dhiisuu; Gaafa nagaa wal gatatanii gafaa rakkoo wal baqachuun gaarii miti.
Sponsors