Galmee Jechootaa Afaan Oromoo

Hiika Jechoota
1,868 Jechoota
badheessa ma.
GAO

gannaan dura yeroo roobni roobuu calqabu, Arfaasaa.

badheessa ma.
GAO

gannaan dura yeroo roobni roobuu calqabu, Arfaasaa.

badii 1 ma.
GAO

1. "balaa 2" ilaalaa. 2. dhokatanii biyyaa deemsa. 3. mi'aaya, tola yookiin midhaga dhabiisa.

badii 1 ma.
GAO

1. "balaa 2" ilaalaa. 2. dhokatanii biyyaa deemsa. 3. mi'aaya, tola yookiin midhaga dhabiisa.

Badii 2 ma.
GAO

gosa Oromoo.

Badii 2 ma.
GAO

gosa Oromoo.

badiisa ma.
GAO

hamaan nama irra gayiisa.

badiisa ma.
GAO

hamaan nama irra gayiisa.

baduu go.
GAO

odoo hin muldhatin yookiin hinbeekamin dhoksaan deemuu; Mana hidhaatii baduun ittuu murtii ofitti ja...

baduu go.
GAO

odoo hin muldhatin yookiin hinbeekamin dhoksaan deemuu; Mana hidhaatii baduun ittuu murtii ofitti j...

baga je.
GAO

sagalee ta'iinsa waan tokkoo tolaa yookiin barbaadamaa ta'uu isaa ittiin ibsan yookiin gammachuu itt...

baga je.
GAO

sagalee ta'iinsa waan tokkoo tolaa yookiin barbaadamaa ta'uu isaa ittiin ibsan yookiin gammachuu it...

bahaara ma.
GAO

oggaa saddeettan lammaffaa kan seera gadaa keessatti argamu.

bahaara ma.
GAO

oggaa saddeettan lammaffaa kan seera gadaa keessatti argamu.

bajigaa ad.
GAO

kan dhaabbii bareedu, bijigaa, boonaa.

bajigaa ad.
GAO

kan dhaabbii bareedu, bijigaa, boonaa.

bajigee ad.
GAO

dubartii bontuu dhaabbii bareeddu bijigee.

bajigee ad.
GAO

dubartii bontuu dhaabbii bareeddu bijigee.

bajjii
GAO

1. "badaa 3" ilaalaa. 2. "bargii" ilaalaa.

bakaja ad.
GAO

1. nama luka golbee, kan mogoleen jallatu. 2.boosettii jiruu inbareeffanne, bataja.

Sponsors