Galmee Jechootaa
Gara Galmee Jechootaatti Deebi'aa
Ka'umsa
GAO
baduu go.
baduu go.
GAO
Hiika
odoo hin muldhatin yookiin hinbeekamin dhoksaan deemuu; Mana hidhaatii baduun ittuu murtii ofitti jabeessuu, wanta tokkobakka wallaalamuu, dhokachuu; Waanti jaallatan yoo nama jalaa badu,bakkee jiran dhiisanii deemanii achumaan hafuu; Rakkatan malee biyya ofiitiibaduu kan jaallatu jiraa? toluu bareeduu yookiin mi'aawuu dhiisuu; Midhaan (dhangaan) qophaaye yoo bubbule yookiin harkaan tuttuqame baduu hin'oolu.
Sponsors