Galmee Jechootaa Afaan Oromoo

Hiika Jechoota
1,394 Jechoota
asheetuu go.
GAO

bilchinatti dhiyaachuu, odoo maasii irraa hin galin yookiin hinhaamamin nyaata gawuu.

Ashkara ma.
GAO

nama namatti galee hojii namaa hojjetu.

Ashkara ma.
GAO

nama namatti galee hojii namaa hojjetu.

asho ma.
GAO

sagalee gaabbii ittiin agarsiisan, ayii.

asho ma.
GAO

sagalee gaabbii ittiin agarsiisan, ayii.

ashuffee
GAO

"hashuffee" ilaalaa.

ashuu ma.
GAO

sagalee waan ta'e yookiin hojjetame gammachu fudhachuu ittiin agarsiisan.

ashuu ma.
GAO

sagalee waan ta'e yookiin hojjetame gammachu fudhachuu ittiin agarsiisan.

ashuuraa 2 ma.
GAO

wiirtuu mataa.

ashuuraa 2 ma.
GAO

wiirtuu mataa.

ashuuraa 3 ma.
GAO

qarshii yoo rakkoon nama irra gaye dhaabni inshuuraansii, namaaf kennu yookiin kennamu; "Gaafa kon...

ashuuraa 3 ma.
GAO

qarshii yoo rakkoon nama irra gaye dhaabni inshuuraansii, namaaf kennu yookiin kennamu; "Gaafa ko...

ashuuraa ma.
GAO

qarshii yeroo gabaatti mi'a gurguran baasan, qaraxa.

ashuuraa ma.
GAO

qarshii yeroo gabaatti mi'a gurguran baasan, qaraxa.

asii da. go.
GAO

bakka kanaa, iddoo kanaa.

asii da. go.
GAO

bakka kanaa, iddoo kanaa.

asmaa 1
GAO

"asmii" ilaalaa.

asmaa 1
GAO

"asmii" ilaalaa.

asmaa 2
GAO

"kudhaama" ilaalaa.

asmaa 2
GAO

"kudhaama" ilaalaa.

Sponsors