ashuuraa 3 ma.

GAO

Hiika


qarshii yoo rakkoon nama irra gaye dhaabni inshuuraansii, namaaf kennu yookiin kennamu;

"Gaafa konkolaataan kee gubate ashuuraa baay'ee sii kennan."
Sponsors