nageenya buusuu, nageenya fiduu.
wal diddaan,. lolli, w.k.f., hafee nageenyi bu'iinsa, tasgabbii.
lola balleessuu, nagaan waliin jiraachuu.
kan nama lole yookiin namatti mufate akka namaa araaramu gochuu; "Nama kana situ miidhee yoo araarf...
kan nama lole yookiin namatti mufate akka namaa araaramu gochuu; "Nama kana situ miidhee yoo araar...
nama wal lolaniin akka waliin jiraatan godhamuu.
nama wal lole deebisanii nagaan walfaana jiraachisa.
"haraaxaa" ilaalaa.
"haraddaa" ilaalaa.
"haramaa-1" ilaalaa.
"haramachuu" ilaalaa.
"haramamuu" ilaalaa.
"haramanee" ilaalaa.
"haramsiifachuu" ilaalaa.
"haramsiisuu" ilaalaa.
"haramtuu" ilaalaa.