araarfachuu go.

GAO

Hiika

kan nama lole yookiin namatti mufate akka namaa araaramu gochuu;
"Nama kana situ miidhee yoo araarfachuu baatte mana kee guba."
Sponsors