Galmee Jechootaa Afaan Oromoo

Hiika Jechoota (Ramaddii: GAO)
14,032 Jechoota
barabbarsiisuu go.
GAO

akka barabbaru gochuu, sakattaasisuu.

barabbaruu go.
GAO

1. keessa sassaaqanii barbaaduu; "Horii kee ani hin fudhanne, yoo na amanuu baatte na barabbaruu dan...

barabbaruu go.
GAO

1. keessa sassaaqanii barbaaduu; "Horii kee ani hin fudhanne, yoo na amanuu baatte na barabbaruu da...

barachuu go.
GAO

beekumsa argachuu, wallaala keessaa bawuu.

barachuu go.
GAO

beekumsa argachuu, wallaala keessaa bawuu.

barafamuu
GAO

"salamuu" ilaalaa.

barakaa 1 ma.
GAO

buna arajaa booda danfisan, buna sadaffaa; "Aboollii dhugdeeti barakaa nu irratti gattee deemtaa?"

barakaa 1 ma.
GAO

buna arajaa booda danfisan, buna sadaffaa; "Aboollii dhugdeeti barakaa nu irratti gattee deemtaa?"

Barakaa 2 ma.
GAO

baay'ina; "Xaafiin amma bisingaa barakaa hinqabu."

Barakaa 2 ma.
GAO

baay'ina; "Xaafiin amma bisingaa barakaa hinqabu."

barakachiisuu go.
GAO

akka barakatu gochuu.

barakachiisuu go.
GAO

akka barakatu gochuu.

barakachuu 1 go.
GAO

1. bay'achuu; 2. odoo hindhumin turuu, dhuma ooluu; Baay'uma qusanne,barakachuu dide malee: "Midhaa...

barakachuu 1 go.
GAO

1. bay'achuu; 2. odoo hindhumin turuu, dhuma ooluu; Baay'uma qusanne,barakachuu dide malee: "Midha...

barakachuu 2 go.
GAO

dhumuu jechuuf; "Miilli si gabaabbateeti buna barakatetti dhufte"

barakachuu 2 go.
GAO

dhumuu jechuuf; "Miilli si gabaabbateeti buna barakatetti dhufte"

barakata ma.
GAO

1. dhuma jecha hoodachaaf (buna dhuganii fixaniif). 2.baay'ee ta'iisa.

barakata ma.
GAO

1. dhuma jecha hoodachaaf (buna dhuganii fixaniif). 2.baay'ee ta'iisa.

barakatoo ma.
GAO

baay'ina waan ta'ee, guddina; "Hoogdiin haabarakatu barakatoo dhahadhaa bara nagaa bahaa"

barakatoo ma.
GAO

baay'ina waan ta'ee, guddina; "Hoogdiin haabarakatu barakatoo dhahadhaa bara nagaa bahaa"

Sponsors