barabbaruu go.

GAO

Hiika

1. keessa sassaaqanii barbaaduu; "Horii kee ani hin fudhanne, yoo na amanuu baatte na barabbaruu dandeessa." 2.midhaan hoogdiitti dhahamaa jiru kan jalaa gubbaa irratti garagalchuu; Qotilee irra yaasaa barabbaruun isin qarqaara.
Sponsors