Galmee Jechootaa Afaan Oromoo

Hiika Jechoota (Ramaddii: GAO)
14,032 Jechoota
badalii ma.
GAO

hammeenya namatti hojjetamu; "Badalii namatti hojjechuun gaarii miti."

badallaa ma.
GAO

midhaan ijaa kan muka qolaan haguuggamee keessatti itti tuuta'ee margu, boqqolloo.

badallaa ma.
GAO

midhaan ijaa kan muka qolaan haguuggamee keessatti itti tuuta'ee margu, boqqolloo.

badda daree ma.
GAO

lafa baddaafi gammoojjii gidduutti argamu.

badda daree ma.
GAO

lafa baddaafi gammoojjii gidduutti argamu.

baddaa ma.
GAO

1. lafa gammoojjii yookiin gar malee o'aa hinta'in. 2. lafa olka'aa; Baddaa san dhaqii horii gadi fi...

baddaa ma.
GAO

1. lafa gammoojjii yookiin gar malee o'aa hinta'in. 2. lafa olka'aa; Baddaa san dhaqii horii gadi f...

baddalamaa ad.
GAO

kari miidhaan yookiin hubamni irra gaye.

baddalamaa ad.
GAO

kari miidhaan yookiin hubamni irra gaye.

baddalamuu go.
GAO

miidhaan nama irra gawuu, hubamuu, yakkamuu; Namni yoo baddalamu jaarsatti himata.

baddalamuu go.
GAO

miidhaan nama irra gawuu, hubamuu, yakkamuu; Namni yoo baddalamu jaarsatti himata.

baddaluu go.
GAO

miidhaa irraan gawuu, hubuu, hammeenya itti hojjechuu, yakkuu.

baddaluu go.
GAO

miidhaa irraan gawuu, hubuu, hammeenya itti hojjechuu, yakkuu.

baddana da.go.
GAO

asii ol, baddaa kana, gara olii kana; "Asi hinjiru baddana yoo baye malee."

baddana da.go.
GAO

asii ol, baddaa kana, gara olii kana; "Asi hinjiru baddana yoo baye malee."

baddanaa ma.
GAO

gosa mukaa.

baddanaa ma.
GAO

gosa mukaa.

Baddeessaa 1 ma.
GAO

1. mukaa ijji isaa bakka tokko tokkotti nyaatamu.

Baddeessaa 1 ma.
GAO

1. mukaa ijji isaa bakka tokko tokkotti nyaatamu.

Baddeessaa 2 ma.
GAO

magaalaa Godina Harargee Lixaa keessatti argamu

Sponsors