baddaa ma.

GAO

Hiika

1. lafa gammoojjii yookiin gar malee o'aa hinta'in. 2. lafa olka'aa; Baddaa san dhaqii horii gadi fidi. 3. jala otoo hinta'in gubbaa; olsiqii baddaatti muri.
Sponsors