Galmee Jechootaa Afaan Oromoo

Hiika Jechoota (Ramaddii: GAO)
14,032 Jechoota
yaa'uu go.
GAO

waan tokko keessaa gadi bawuu; Horiin beela'an dallaa cabsaniiti yaa'u. 2. keessaa gadi dhangala'uu....

yaaba ma.
GAO

kormi sa'a gubbaa bayiisa, ariisaa, kora.

yaabamuu go.
GAO

1. saani yookiin goromsi gaana kaaftee ari'amuu; Saani erga yaabamtee aannan dhowwatte. 2. (qaanii) ...

yaabbachiisuu go.
GAO

akka yaabbatu gochuu.

yaabbachuu go.
GAO

dugda fardaa, gaangee, gaala, w.k.f., irra taa'anii karaa deemuu. 2. irra koruu; EJersa yaabbateeti ...

yaabbannoo ma.
GAO

1. waan ejjeta qabu kan ittiin waa koran, riqaa, masalaalii. 2. gocha yaabbii; Yaabbannoo itti wal'a...

yaabbata 1 ma.
GAO

dugda fardaa yookiin gaangee gubbaa taa'icha; Gammoojjiin farda yaabbata hinbeektu.

yaabbata 2 ma.
GAO

1. nama garbummaa jalaa bayee, kan hundeen sanyii isaa Boorana hinta'in, gabaro. 2. garba.

yaabbataa
GAO

"yaabbattuu 1" ilaalaa.

yaabbatamuu
GAO

"yaaphatamuu" ilaalaa.

yaabbattuu ad.
GAO

1. nama farda yaaphii(yaabbii) sirriitti beeku; Yaabbattuu kooraa keessatti beeku. 2. dubartii farda...

yaabbii ma.
GAO

dugda fardaa, gaangee, gaalaa, w.k.f., irra taa'umsa, yaabbacha; Yaabbii wallaaleeti farda harkisee ...

yaabsisuu go.
GAO

akka yaabu gochuu.

yaabuu go.
GAO

muka gubbaa bawuu yookiin koruu. 2. kormi sa'a gaanuu, ari'uu.

yaada galfachuu go.
GAO

ijoollummaa keessa darbuu, qalbii horachuu. 2. itti heduu, itti yaaduu; Yaada galfateeti dubbate.

yaada ma.
GAO

dubbii mataa namaa keessa naanna'u yookiin deddeebi'u; raada guddisuun nama mi a. 2. nama nama bira ...

yaadachiisuu go.
GAO

akka yaadatu gochuu.

yaadachuu go.
GAO

wanni irraanfatan sammuu namaatti deebi'ee qhufuu.

yaadamuu go.
GAO

yaadni sammuu keessa deddeebi'ee hubatamuu.

yaadda'uu go.
GAO

yaadni osmatti galuu,yaadni nama qabuu; Bedsiin nama yaaddessa.

Sponsors