yaabbachuu go.

GAO

Hiika

dugda fardaa, gaangee, gaala, w.k.f., irra taa'anii karaa deemuu. 2. irra koruu; EJersa yaabbateeti hanxaxii guurrate. 3.kormi gaanaaf sa'a koruu; Kormi nafa ulfaatu danda'ee sa'a dheertuu hinyaabbatu.
Sponsors