Galmee Jechootaa Afaan Oromoo

Hiika Jechoota (Ramaddii: GAO)
14,032 Jechoota
xuruurfamuu go.
GAO

humtuu odoo keessatti hinhafin keessaa cobsiifamuu. xuruurfachuu go. humtuu akka keessatti hinhafnet...

xuruursuu go.
GAO

akka xuruuru gochuu.

xuruuruu go.
GAO

humtuu odoo keessatti hinhafin keessaa cobuu, yaa'uu.

xusursuu go.
GAO

wanni calgabame fiixaan bawuu. bakka gawuu.

xuuchisuu go.
GAO

akka xuuxu gochuu.

xuunxoo ma.
GAO

hodhaa xiqqoo bareedduu 'aannan ittiin dhugan. 2. laastikii keessi qaawwaa kan daa'imti aannan Keess...

xuurii ma.
GAO

hammeenya seera malee namni namatti oolu, cubbuu, barchii.

xuuxa ma.
GAO

afaaniin yookiin afuuraan waan tokko waa keessaa harkisa.

xuuxillaa ma.
GAO

ilmoo saree, buchillaa.

xuuxxachuu go.
GAO

1. waan tokko afaaniin yookiin funyaaniin waa keessaa harkifachuu. 2. dhangalaiaa of keessaa fixuu; ...

xuuxxama ad.
GAO

kan dhama of keessaa fixate. 2. kan hara malee huqqate.

xuuxxamuu go.
GAO

waanti tokko afaaniin yookiin afuuraan waa keessaa harkifamuu. 2. hara malee huqqachuu.

xuuxxoo
GAO

"xuuxxoo" ilaalaa.

xuwwaa ma.
GAO

xuwwee qal'oo morma dheeratu, tan imjaa itti uwwisanii,farsoo itti guutanii warri maabara wal faana ...

xuwwee ma.
GAO

okkotee xiqqoo bareeddu tan dhadhaa itti baqsan, yookiin daa'imaa nyaata itti qopheessan.

Y,y
GAO

qubee Oromoo kan tartiiba digdamii shanaffaa irratti argamu.

yaa 1 ma.dha.
GAO

sagalee otoo maqaa hinkaasin ittiin nama waaman, "sii(siy)" jechuudhaaf; Koottu yaa! , Maal taate ya...

yaa 2 din.
GAO

sagalee diniqaa, masoo yookiin sodaa agarsiisu; Yaa abbaa koo!, maaliif oriitaa?

yaa'a ma.
GAO

baay'atanii waan tokko keessaa gadi bayiisa.

yaa'ii ma.
GAO

wal ga'ii, walitti dhufaatii; Yaa'ii deemeeti galgala gale.

Sponsors