xuuxxachuu go.

GAO

Hiika

1. waan tokko afaaniin yookiin funyaaniin waa keessaa harkifachuu. 2. dhangalaiaa of keessaa fixuu; Shuummoon kun abidda irra turee bishaan xuuxxachuu hin oolu.
Sponsors