Galmee Jechootaa Afaan Oromoo

Hiika Jechoota (Ramaddii: GAO)
14,032 Jechoota
awwaaluu go.
GAO

1 . kan bool'a keessa kaa'an biyyee itti deebisuu. 2.  akka hinbeekamne yookiin hinargamne dho...

awwaaluu go.
GAO

1 . kan bool'a keessa kaa'an biyyee itti deebisuu. 2.  akka hinbeekamne yookiin hinargamne dhoks...

awwaannisa ma.
GAO

barrisa waan jiidha qabu nyaatu, kan korophisa fakkaatu; Awwaannifni mishingaa  oyiruu tokko jal...

awwaannisa ma.
GAO

barrisa waan jiidha qabu nyaatu, kan korophisa fakkaatu; Awwaannifni mishingaa  oyiruu tokko jala...

awwaara ma.
GAO

biyyee gogaa bullaa'e, kan qilleensi baatee deemuu danda'u.

awwaara ma.
GAO

biyyee gogaa bullaa'e, kan qilleensi baatee deemuu danda'u.

awwaaroo ma.
GAO

waan midhaan daraara oole, keessattu kan bisingaan yookiin boqqolloon mataa irratti baasu.

awwaaroo ma.
GAO

waan midhaan daraara oole, keessattu kan bisingaan yookiin boqqolloon mataa irratti baasu.

awwaarrasuu 1 go.
GAO

muka kooraatti. erbee gonfuu, hodhuu.

awwaarrasuu 1 go.
GAO

muka kooraatti. erbee gonfuu, hodhuu.

awwaarrasuu 2 go.
GAO

1. qabeenya ofii yookiin rnataa ofii dabarsanii namatti kennuu. 2. yeroo du'atti dhiyaatan qabeen...

awwaarrasuu 2 go.
GAO

1. qabeenya ofii yookiin rnataa ofii dabarsanii namatti kennuu. 2. yeroo du'atti dhiyaatan qabeenya ...

awwaarrasuu 3 go.
GAO

waan narnni nama dhowwate kan humna qabuu kennuu, qabsiisuu, Waaqni sirraa haafudhatu jechuu.

awwaarrasuu 3 go.
GAO

waan narnni nama dhowwate kan humna qabuu kennuu, qabsiisuu, Waaqni sirraa haafudhatu jechuu.

axaawachuu
GAO

"haxaa'achuu" ilaalaa.

axaawamaa
GAO

"haramaa 2" ilaalaa.

axaawamuu
GAO

" haramuu 2 "ilaalaa.

axaawii
GAO

"haxaawwii" ilaalaa.

axaawuu
GAO

"haxaa'uu" ilaalaa.

axee ma.
GAO

maqaa mootota Habashaa kan kabajaaf kennamu.

Sponsors