Galmee Jechootaa
Gara Galmee Jechootaatti Deebi'aa
Ka'umsa
GAO
awwaaluu go.
awwaaluu go.
GAO
Hiika
1 . kan bool'a keessa kaa'an biyyee itti deebisuu. 2. akka hinbeekamne yookiin hinargamne dhoksuu. 3. "hacuucuu 1" ilaalaa.
Sponsors