beera kabajan, saalfii yookiin safuu; "Wagiif jecha handaaqqoon balbala yoo seentu gadi jetti."
jabessanii yookiin amsanii kadhachuu; Rakkoo xinnoof jedhanii nama waguu hinbarbaachisu.
1. oliifi gadi kaacha, muddama; Wajaga dhiisu malee jiruu hinqixxeeffatu. 2. saalfii dhaba, ija jabi...
dhaabbiifi,taa'umsa kan hinqabne. 2, saalfi habeettii, nama arrabsuu tan jaallattu; wajageen hiriyaa...
oliifi gadi kaachuu, dhaabbiifi taa'umsa dhabuu. 2. saalfii dhabuu, ija baasuu. 3. of dagachuu, mara...
1. wal faana bak a tokko buluu. 2. obaanii jiraachuu; Nama hamaa yoo obsan wajjin bulu.