Galmee Jechootaa Afaan Oromoo

Hiika Jechoota (Ramaddii: GAO)
14,032 Jechoota
tola fuudhuu 1 go.
GAO

Gatii utuu hinbaasin niitii argachuu, mi'a ta'e argachuu.

tola fuudhuu 2 go.
GAO

rimaa qabuu (horiidhaaf); Raanni too tola fuute.

tola tolaan duubaa ad.
GAO

kehna abbaan isaa itti hingalatoomfamne, kan namni biraa itti galata argatu.

tolaa ad.
GAO

nama tola namaaf 'ooluudhaan beekamu. 2. maqaa namaa.

tolcha ma.
GAO

waan tokko qopheessa; Isheen buddeena tolcha hinbeektu. 2. miidhagaa yookiin bareedaa gocha.

tolchaa ma.
GAO

nama waan namaa yookiin qabeenya namaa miidhuuf dhoksaadhaan hojjeta Jedhamee shakkamu.

tolchuu go.
GAO

waan duraan hinjirre qopheessuu; Mana kanatti balbala tolchuun dadababe. 2. waan bade yookiin dabe s...

tole da.go.
GAO

haata 'u, bayeessa, gaarii jechuu; Nan dhufa, tole.

tolee ma.
GAO

Jabbiin hootu yoo duute waan gogaa ishii irraa qalanii, citaa itti guutanii, jabbii fakkeessanii sa'...

tolehituu ad.
GAO

1 . dubartii waa qopheessitu; ishiin tolchiituu buddeenaati. 2. tan waan bade miidhagsitu yookiin fo...

tolfachuu go.
GAO

waan tokko waan biraa irraa qopheeffachuu, mijeeffachuu.

tolfamaa ad.
GAO

kan harka namaatiin bareedee qophaaye; Macaafa qulqulluun waaqa tolfamaa hinwaaqeffatinaa jedha.

tolina ma.
GAO

waan waan tolaa yookiin bayeessa of keessaa qabu; Natti tolina isaa kamiifan horii anunanaa baasee i...

toluu go.
GAO

gaarii, bayeessa ta'uu, qajeeluu, mijaawuu; Midhaan barana tole.

tomaa ad.
GAO

ilmoo mooyyee, muka mooyyee, muka tumaa, bokkuu tumaa.

too ad.
GAO

waan kan ofii taate kan ittiin waaman; waan ofii, dhaltuu tan ittiin waaman, koo; Niitii too naaf wa...

too'achiisuu
GAO

"toohachiisuu" ilaalaa.

too'achuu
GAO

"toohachuu 1" ilaalaa.

too'amuu
GAO

"oohamuu 1" ilaalaa.

too'annaa
GAO

"toohannaa" ilaalaa.

Sponsors