Galmee Jechootaa
Gara Galmee Jechootaatti Deebi'aa
Ka'umsa
GAO
tolchuu go.
tolchuu go.
GAO
Hiika
waan duraan hinjirre qopheessuu; Mana kanatti balbala tolchuun dadababe. 2. waan bade yookiin dabe sirreessuu, fooyyessuu; Inni yoo wallaalee akkana godhe, ati harkaa fuutee hintolchiitu. 3. waan namaa yookiin qabeenya namaa miidhuuf dh6ksaadhaan daba raaw'achuu.
Sponsors