Taaffee madaatti cobsiisuu; Ijoollee yeroo dhaqna qaban akka madaan qafee fayyuuf taaffee buusuu.
moora yookiin shinfaa dhadhaan makanii yookiin dhadhaa duwwaa baqsanii madaatti buusan.
gocha yookiin haasaa hintaane irraa,kan ka'e tuffii yookiin gadi ilaalcha naf namaafqabaatu;Nama ham...
1. waan taajjaba namatti fidu hojjechuu, dubbachuu; Waan hintaane dubbachuun nama taajjabsiisa. 2. a...
dheerina fiixee quba abbuuddu fi quba dheeraa gidduutti argamu; Lafa taakkuu tokkollee dabarsinee or...
qaraxa yookiin gibira mootummaaf kennamu Taaksii odoo itti hinbaasin miini-gumniruukii siif hinbawu.
mi'a roga afurii kan qo qorroo irraa hojjetamu, kan dhangala'aa amma liitira digdamaatti baachuu dan...
konkolaataa waraanaa kan qawwee akka fugaa dheeratu ofi irraa qabu, kan duraa duubi isaa hundi sibii...