Galmee Jechootaa Afaan Oromoo

Hiika Jechoota (Ramaddii: GAO)
14,032 Jechoota
sussuksiisuu
GAO

"suksuksiisuu" ilaalaa.

sussukuu
GAO

"suksukuu" ilaalaa.

suta ma.
GAO

sutaa /migira.

Sutaa
GAO

migira luucaa hodhaa ittiin hodhan...

sutaa ma.
GAO

migira luucaa hodhaa ittiin hodhan, shutaa; hodhituun ammaa amina sutaa sutatti.

sutachuu go.
GAO

Sutaa hodhaa hodhamaa jirutti suuqqachuu.

sutamuu go.
GAO

sutaan hodhaa hodhamaa jirutti suuqamuu.

sutuu go.
GAO

sutaanitti suuquu, shutuu.

suubboo ad.
GAO

kan kanaan dura fuudhee beeku, kan qeerroo hinta'in.

suufa ma.
GAO

foolii gaarii funyaaniin harkisa, buta, fuunfata yookiin xuuxa.

suufachuu go.
GAO

foolii gaarii funyaaniin butuu, harkisuu yookiin xuuxuu.

suufamuu go.
GAO

Funyaaniin fooliin xuuxamuu, butamuu yookiin harkifamuu, yookiin harkifamuu, fuunfatamuu.

suufii 1 ma.
GAO

gosa midhaanii, kan akaayanii akaayii midhaan adda addaatti makanii nyaatan, yookiin kan cuunfanii z...

suufii 2 ma.
GAO

gosa uffataa, kan rifeensa hoolaa yookiin horii biraa irraa qophaawu.

suufsisuu go.
GAO

akka suufu gochuu.

suufuu
GAO

"suufachuu" ilaalaa.

suuka'a ma.
GAO

aannan ija haasa, suukii ta'iisa. 2. nafti jibbaan yookiin rifannaan ija yookiin qoqoree baasa.

suuka'uu go.
GAO

1. aannan raasan dhadhaa bawuuf ija /suukii/ godhachuu. 2. nafti ija yookiin qoree baasuu; Nama konk...

suukii ma.
GAO

1. waan shishifi yeroo aannan raasanii dhadhaan bawuuf jedhu muldhatu. 2. dhukkubni utuu nama hinqab...

suulessuu go.
GAO

suuloo taasisuu.

Sponsors