hadhaa yoo waan tokkotti nam'e ajjeesu; Summiin nama waan ajjeesuuf eeggachuu barbaachisa, Qorichi y...
gosa qimamii kan bifti keelloo, kan akaayanii buna wajjin dhugan, daakanii nyaata adda addaatti maka...
suphee yookiin dhakaa naannoo abiddaa dhaabanii waan akka okkotee yookiin eelee irraa dhaban, gemmoo...
bakkee mataa ofii olii kan waa itti fannisan; "Kan suuqii fuudhuutti kan ukaa buufte."
daakuu ataraa, baaqelaa yookiin gaayyoo akaawame irraa qophaawu. 2. waxii /ittoo/daakuu atara, baaqe...
tamboo bullaa'aa funyaaniin butan yookiin xuuxan, oofee, loofee; Surrata butuun /xuuxuun/ nama xir...
uffata namni miilla lamaan keessaan baafatee mudhii irratti hidhatu; "Surree jilba irraan citte abba...