Galmee Jechootaa Afaan Oromoo

Hiika Jechoota (Ramaddii: GAO)
14,032 Jechoota
sukkaara ma.
GAO

waan shishifii mi'ooftu, kan buna, shayii, w.k.f. itti naqanii dhugan, shukkaara.

sukkaaree ad.
GAO

jaalallee akka dammaa, shukkaaraa mimmi'ooftu.

sukkuuma ma.
GAO

1. waa irraa kaasuuf, keessaa balleessuuf yookiin laaffisuuf rirriita Insoosoo sukkuuma; Dhaqna sukk...

sukkuumamaa ad.
GAO

1.rirriitamaa. 2. dhidhiibamaa.

sukkuumamuu go.
GAO

1. waan tokko waa irraa yookiin keessaa baasuuf laaffisamuu, rirriitamuu; Midhaan jiidha qabu hinsuk...

sukkuummachuu go.
GAO

1. wa'a keessaa yookiin irraa baasuuf yookiin laaffisuuf rirriittachuu. 2.dhidhiibbachuu; Buqqa'aa o...

sukkuumsisuu go.
GAO

akka sukkuumu /sukkuumtu/ gochuu.

sukkuumtuu ad.
GAO

dubartii  waan ta'e rirriittu. 2. ogeettii yoo namni dhibame yookiin miidhaan dhaqna irra gaye dhid...

sukkuumuu go.
GAO

waan tokko waa keessaa yookiin irraa baasuuf yookiin laaffisuuf waa jidduu (gidduu) galchanii rirrii...

suksuka ma.
GAO

suuta fiiga, sussuka, deemsa saree, kus kus jecha.

suksuksiisuu go.
GAO

akka suksuku (sussuku) gochuu, sussuksiisuu.

suksukuu go.
GAO

suuta fiiguu sussukuu, akka sareetti deemuu, kus kus jechuu; "Amma dhaabbatan hinqufananii, amma fii...

sulul je.
GAO

sagalee sulullee (culullee) ittiin waaman.

sulula ma.
GAO

1. lafa dhooqa lolaan keessa yaa'u. 2. waan dhooqa ta'e; Sulula dugdaa keessa dafqi gadi yaa'e.

sulullee 1 ma.
GAO

allaattii odoo qiili'a hinqabaatin lafa irraa yookiin nama harkaa waa buttee barartu, culullee.

sulullee 2 ad.
GAO

kan waa dafee butu, hattuu; Gabaa yoo baatan sulullee of eegaa.

sulxunii ad.
GAO

kan barate, beekaa beektuu/; Sulxuniin akka yerootti bula, duubatti hafaa hinta'u.

suma ma.dha.
GAO

mataa kee duwwaa /qofa/, siy; Namni re'ee Badhaasaa hate, suma malee nama biraa miti.

sumburaa ma.
GAO

gosa midhaanii kan birraa birraa biyyee gurraacha irra facaasan, kan yeroo baay'ee akkaayiif oolu, s...

summeessuu go.
GAO

summii itti naquu, summiidhaan ajjeesuu.

Sponsors