Galmee Jechootaa Afaan Oromoo

Hiika Jechoota (Ramaddii: GAO)
14,032 Jechoota
sheelechuu go.
GAO

akka sheelaa ta'u gochuu, seelechuu.

sheerama
GAO

1."shuqula" ilaalaa. 2."muka tumaa" ilaalaa.

sheeramamuu
GAO

"shuqulamuu" ilaalaa.

sheeramuu
GAO

"shuruquu" ilaalaa.

shibilikii
GAO

"shibilliqii" ilaalaa.

shibilliqii ma.
GAO

sibiila gabaabduu yeroo muka falaxan muka baqaqaa jiru gidduu akka wal hinqabanneef kaa'an.

shiboo ma.
GAO

sibiila qaqal'aa akka foyaa yookiin hiddaa wayi ittiin hidhan.

shifaa ma.
GAO

qola garbuu kan yeroo tuman irraa ka'u; "Qalbi dhabeettiin hantuutaa shitaa irratti duuti."

shifee
GAO

"siibijjii" ilaalaa.

shifii ad.
GAO

xixinnaa ija hinguunne.

shiftaa ma.
GAO

nama meeshaa waraanaa htdhatee seeraan alatti waan barbaade humnaan nama karaa darbu irraa fudhachuu...

shiftoo ma.
GAO

dhibee akka cittoo kan nafa daa'imaa waliin gayee itti yaa'u, gifira.

shigida ma.
GAO

lama ta'anii mooyyee tokko keessatti wal faana midhaan tuma.

shigidii
GAO

"shigida" ilaalaa.

shigiduu go.
GAO

lama ta'anii mooyyee tokko keessatti yeroo tokko wal faana midhaan tumuu.

shiikkoo ad.
GAO

kan baay'ee hinta'in, xiqqoo, xinnoo.

Shiinii
GAO

"siinii" ilaalaa.

shikaala ma.
GAO

muka gabaabduu fiixeen qaraa kan lafa keessa dhaabanii waa itti hidhan, xirribbaa, chikaala. 2.muka ...

shilacha ma.
GAO

waa irraa argachuuf sossobacha.

shilachiisuu,go.
GAO

akka shilatu gochuu.

Sponsors