shikaala ma.

GAO

Hiika

muka gabaabduu fiixeen qaraa kan lafa keessa dhaabanii waa itti hidhan, xirribbaa, chikaala. 2.muka yookiin sibiila gabaabduu fiixeen qaraa kan muka biraa yoo baqaqsan akka addaan namaa qabuuf gidduu galchan, shibilliqii.
Sponsors