Galmee Jechootaa Afaan Oromoo

Hiika Jechoota (Ramaddii: GAO)
14,032 Jechoota
Shaashii 2 ad.
GAO

waan hara malee adda,ittu; Gaabii yoo 'oomoon miican adii shaashii ta'a.

shaayii 1 ma.
GAO

dhugaatii bishaaniifi baala shaayii jedhamuun walitti danfee sukkaara itti naqanii dhugan.

shaayii 2 ad.
GAO

nama beekumsa guddaa qabu, jaallatamaa.

shafa ma.
GAO

wanti furdaan akka wal dha'ee bulbulamu raasa, waliin dha'a.

shafahafa ma.
GAO

odoo hinjabeessin yookiin hinmiidhagsin ijaara, foya yookiin hodha.

shafahafuu go.
GAO

waan tokko odoo hinjabeessin yookiin hinmiidhagsin ijaaruu, fowuu, hodhuu, w.k.f.

shafamuu go.
GAO

asiifi achi raafamuu, urgufamuu; Machaa'aan shafamaati deema.

shafee ma.
GAO

arcummee, karaabaa.

shaffaxa da.go.
GAO

sirrii odoo hinta'in, dalga; Tabba yoo baatu shaffaxa deemi.

shaffaxuu go.
GAO

1.afaan mi'aadhaan nama miidhuuf lafa jala deemuu. 2. jecha namaa waan abbaan hinjennetti geeddaruu,...

shafiisuu go.
GAO

akka shafu gochuu.

shafshafaa ad.
GAO

1. "shafshafamaa" ilaalaa. 2. nama dubbii garaatti qabachuu hindandeenye. 3. nama dubbiin isa dhaaba...

shafshafamaa ad.
GAO

ijaarsa, foya, hodhaa, w.k.f. kan hinmiidhagne yookiin hinjabaanne.

shafshafamuu go.
GAO

odoo hinjabaatin yookiin hinmiidhagin ijaaramuu, foyamuu yookiin hodhamuu.

shafuu go.
GAO

akka bulbulamuuf waliin dhawuu, raasuu; Qoricha tokko tokko odoo hindhugin dura shatuu barbaachisa.

shaggaa ad.
GAO

nama gaarii yookiin tolaa, miidhagaa. 2. kan hamaa hintaane, bayeessa; Yaadi kee kun shaggaa dha.

Shaggar ma.
GAO

maqaa Oromoon Finfinnee ittiin waamu.

shaggee ad.
GAO

tan bifa qabdu, miidhagduu, bareedduu. 2. tan hamtuu hinta'in, toltuu, bayeettii.

shakaamii ma.
GAO

sagalee shakak Jedhu dhageessisa, shakakii; "Kenna Rabbii shakaamii hindhaga'ani" jechuun yeroo Rabb...

shakaka ma.
GAO

gosa nyaataa kan qamadii irraa qophaawu.

Sponsors