Galmee Jechootaa Afaan Oromoo

Hiika Jechoota (Ramaddii: GAO)
14,032 Jechoota
Raamma'uu go.
GAO

samee yookiin tortoree raamrnoo godhachuu; Midhaan yammuu raamma'u ni ajaa'a.

raammessuu go.
GAO

akka tortoree raammoo godhatu gochuu.

raammoftuu ad.
GAO

tan raammoon keessa guute.

raammoo ma.
GAO

munyuuqaa lafa irra yookiin garaa keessa jiraatu; Raammoon maagaa garaa keessa jiraata.

raaree ma.
GAO

1. dhoqqee lafa bishaan ciisaa ture, keessumattuu kan bukaayee foolii qabu. 2. lafa bal'aa tabba yoo...

raasisuu go.
GAO

akka raasu gochuu.

raasuu go.
GAO

olii gadi yookiin asiifi achi sosochoosuu; Aannan raasuun dhadhaa baasa.

raata'aa ad.
GAO

kan mataan sirriitti yaaduu dadhabee gara itti goru wallaale, talbooja'aa.

Raata'uu go.
GAO

sababii adda addaatiin sammuun namaa joonja'ee gara itti goran wallaaluu; Ilmi duraa duunaan raata'e...

raatessuu go.
GAO

akka raata'u gochuu.

raatoftuu
GAO

"raatuu" ilaalaa.

raatuu ad.
GAO

kan mataan sirriitti yaaduu dadhabee gara itti goru yookiin gortu wallaale yookiin wallaalte, dawwaa...

raaw'achuu go.
GAO

1. waan tokko jalqabanii fixuu, iddoodhaan gawuu; Hojii jalqabde gidduudhaan utuu hindhiisin raawach...

raawuu go.
GAO

qaami hormaata dhiiraa dhaabbatee (ka'ee) qaama hormaata dubartii keessa loloosuu, saluu, godhuu; Ha...

raayamtuu ad.
GAO

Dubartii dhiira bira deemuu baay'iftu.

Raayyaa ma.
GAO

1. loltuu, keessattuu warra dura bu'ee waraanu. 2.maqaa gosa Oromoo biyya Tigraayiifi Waloo keessa j...

Rabbii ma.
GAO

uumaa waan hundaa jedhamee kan amanamu, Waaqa; Adaraa Rabbii Adaraa Waaqaa! waanan si kadhadhu bayii...

rafamuu go.
GAO

baal'een irraa luqqifamuu.

raffisuu go.
GAO

akka rafu gochuu; Mucaa raffisi!

rafuu go.
GAO

ijji namaa dunuunfatee, dhaqni namaa boqotee ciisuu; Halkan rafuun fayyaa namaatiif barbaachiisaadha...

Sponsors