raaw'achuu go.

GAO

Hiika

1. waan tokko jalqabanii fixuu, iddoodhaan gawuu; Hojii jalqabde gidduudhaan utuu hindhiisin raawachuutu sirra jira. 2. gara du'aatti dhiyaachuu yookiin du'uu; Tolaan baay'ee dadhabeera, raaw'achuun isaa hin 'oolu.
Sponsors