Galmee Jechootaa Afaan Oromoo

Hiika Jechoota (Ramaddii: GAO)
14,032 Jechoota
qufaa ma.
GAO

dhukkuba nama uku, kan sonba keessaa hafuura humna qabuun alatti daddarbatamu; Qutaan isa qabeeti ma...

qufaasisuu go.
GAO

akka qufa'u gochuu; Barbarree abiddatti naqeeti nama qufaasise.

qulchii ma.
GAO

gosa hiddaa.

qulfii ma.
GAO

1. meeshaa waan akka balbalaa, sanduuqaa, w.k.f. ittiin cufan; Balballi qulfii. sibiilaa qaba: 2. mi...

qullaa ma.
GAO

1. clhaqna uffata hinqabne. 2. homaa kan hinqabne,hiyyeessa; Hattuun horii jalaa fudhatteeti qullaat...

qullaa'uu go.
GAO

xurii dhabuu, qulqulluu ta'uu; Burqaan haramnaan qullaa'e.

qulleeffachuu go.
GAO

1. xurii yookiin huuba keessaa baafachuu; Qamadii daakuuf qulleeffate. 2. cubbuu of irraa baasuu; Qu...

qulleeffamuu go.
GAO

qulqulluu taasifamuu.

qulleessisuu go.
GAO

akka qullaa'u gochuu.

qulleessuu go.
GAO

xurii dhabsiisuu.

qullubbii adii ma.
GAO

gosa qullubbii kan bifti adii, qimamiifi qoricha garaagaraa ta'u; Qullubbii yoo nyaatan afuurri nama...

qullubbii baaroo ma.
GAO

Gosa qullubbii kan baala guddatu,kan baalaafi hundee isaa muranii ittoo yookiin waxiitti makanii qop...

qullubbii diimaa ma.
GAO

gosa qullu bii kan bifti diimaa, baalaafi hundee muranii ittoo yookiin qimamii adda addaa ittiin qop...

qullubbii jaldeessaa
GAO

"qullubbii waraabessaa" ilaalaa.

qullubbii ma.
GAO

Biqiltuu (ataakiltii) fooliin urgaawu kan qimamiiniifi qorichi garaagaraa irraa qophaa'uu danda'u.

qullubbii waraabessaa ma.
GAO

qullubbii daggala keessatti margu kan hinnyaatamne.

qulqullaa'uu go.
GAO

1. qulqulluu ta'uu; Midhaan bubbeetti kenname hinqulqullaa'a. 2. cubbuu jalaa bawuu; Hoodatu qulqull...

qulqulleeffachuu go.
GAO

1. xurii keessaa baafachuu. 2. qilleensatti kennanii habaqii keessaa baafachuu.

qulqulleeffamuu go.
GAO

qulqu'lluu ta'uu.

qulqulleessuu go.
GAO

1.xurii irraa yookiin huuba keessaa baasuu; Xaatii afarseeti qulqulleesse. 2. cubbuu jalaa baasuu; j...

Sponsors