qirana basuu,qaruu; Billaa doome moorodaan qiranu.
1. xixinneessanii gargar baasa; Namni qirca beeku waan hiru wal hincaalchisu. 2. foon bakka bakkatti...
"qirca" ilaalaa.
iddoo baay'eetti hiramuu.
akka qirceessu gochuu, mummursiisuu.
iddo iddootti hirsiisuu; Foon halbeedhaan qirceessuu.
1. horii qalanii iddoo baay'eetti gargar baasuu, hiruu. 2. xixinneessanii hiruu.
"qirqirsa" ilaalaa.
mi'a sibiilaa kan ittiin muka uran; Muka gindii qirixiidhaan uru.
"qirqirsiisuu" ilaalaa.
"qirqirsuu" ilaalaa.
"qirqirfachuu" ilaalaa.
qaama ta'e keessumattuu bobaa jala tuqamanii kolfuu.
waan ta'een tuqanii kofalchiisa; Gurbaan qirqirsa waan hinjaallanneef sitti aare.
akka qirqirsu gochuu.
qaama keessattuu bobaa jala tuqanii kofalchiisuu.
"qirqirsuu" ilaala.
ija silimlim gocha yookiin liphsa; Qisaan dubbii itti himi.
jecha yookiin dubbii namni shakku, qeeqa; Dubbii nama hundaa qishanaan fudhachuun jaallatamaa miti...
goofaree gabaabaa keessattuu kan mataa haadamee margee yookiin muramee.