qirca ma.

GAO

Hiika

1. xixinneessanii gargar baasa; Namni qirca beeku waan hiru wal hincaalchisu. 2. foon bakka bakkatti hirame; Ayyaana waggaatiif hoolaa hindanda'uu qircan bitadha.
Sponsors