Galmee Jechootaa Afaan Oromoo

Hiika Jechoota (Ramaddii: GAO)
14,032 Jechoota
Qeeraasisuu go.
GAO

akka  qeera'u gochuu.

qeeramsa ma.
GAO

bineensa daggalaa kan muka koruu danda'u, adurree kan fakkaatu, foon nyaatee kan jiraatu, qeerransa;...

qeerransa
GAO

"qeeramsa" ilaalaa. qeerroo ma. nama niitii

qeerroo ma.
GAO

nama niitii hinfuudhin;  Yeroo baay'ee qeerroon durba  fuudha.

qeersii
GAO

"qarshii" ilaalaa.

qeesii ma.
GAO

amantii kiristaanaa keessatti nama waayee amantii sanaa mataa ta'ee barsiisu, kanqurbaana  kennu, ...

qeexa
GAO

"qanxaba" ilaalaa.

qeexachuu
GAO

"qanxabachuu" ilaalaa.

qeexamuu
GAO

"qanxabamuu" ilaalaa.

qeexuu
GAO

"qanxabuu" ilaalaa.

qeeyee
GAO

"qe'ee" ilaalaa.

qela'uu
GAO

"qeera'uu" ilaalaa.

qibaaba ma.
GAO

eelee suphee kan buddeena irratti tolfatan; "Buddeena nama quubsu qibaaba irratti beeku".

qibaatii
GAO

"dibata" ilaalaa.

qica ma.
GAO

xinneessanii kenna yookiin buusa; Qica bishaanii waan itti xinneessaniif dheebuu hinbaane.

qicachuu go.
GAO

1. dheedhii xinneessanii hammaarrachuu; Atara qicateeti akaawwate. 2. bishaan yookiin dhangala'aa ad...

qicamuu go.
GAO

xinneessamee buufamuu yookiin kennamuu; Erga bishaan harkaa qicamee nyaanni dhiyaate.

qichirtii
GAO

"ciqirtii" ilaalaa.

qichuu
GAO

"kichuu" ilaalaa.

qiciicaa ad.
GAO

rifeensa mataa kan luuccaa yookiin gafaree hinta'in; Mataa qiciicaan yoo haadan daafee hinmargu.

Sponsors