1.marsaan itti naannayee wal gawuu. 2.waan keessaa bawuun nama dhibu kcessa galanii qabamuu; Hattuun...
1. waan irratti naannessuu; "Dheeratee muraa jennaan, abbaatu of mara jedhe bofni. 2. walitti dach...
1. caccabsanii nyaachuu, alala guuruu.2. horii yaabbii dura goranii lookoon harkisuu.
1. lafa jireenyaa, masaraa sheekotaa. 2. teessoo mootummaa; Masaraan Abbaa Jifaar Jimma keessa Jiree...
1. dubartii yookiin horii dhaluu hindandeenye; sareen cakkaa mucaa hindenye, maseena. 2. midhaan ija...
dhugaatii daldalaaf dhiyaatu, keessumattuu farsoofi haraqee; Mashataa daldalteeti jiraati.
gar malee Jaallachuu, mararsiifachuu; Hucaa waan masifatuuf ija duraa dhabuu hinbarbaadu.