Galmee Jechootaa Afaan Oromoo

Hiika Jechoota (Ramaddii: GAO)
14,032 Jechoota
maganoo ad.
GAO

farda yaabbiif hintaane yookiin farda gulufatti hintolle,farda fe'iisaa, magaaja.

magansiisuu go.
GAO

akka maganaan qabu gochuu.

magantaa
GAO

"Magana"ilaalaa.

maganuu go.
GAO

waan namni kabajuun, sodaachuun yookiin jaallatuun nama qabuu, sodaachisuu. Akki manaa hintaane ishi...

magarauu 1 go.
GAO

akka biqilu gochuu, akka ija godhatu gochuu; Mucaan garbuu magarfate.

magarfachuu go.
GAO

waa facaasanil akka namaa biqilu gochuu.

magariisuu ma.
GAO

1. bifa margaa. 2. bofa bifti isaa bifa margaa fakkaatu; Bofti magariisuu hadhaa hinqabu jedhu.

magarsaa ad.
GAO

nama waa akka biqilu godhu.

magarsiisuu go.
GAO

akka margu goosisuu.

magarsuu 2
GAO

"magariisu" ilaalaa.

maggaanyaa ma.
GAO

1.dhibee badaa maggaanyaan nama qalbisiisa Jedhamu. 2. ayyaana, seexana yookiin sodaatamaa dhibee fu...

maggaanyeffamuu go.
GAO

1.maggaanyaan nama dhawuu. 2. gar malee rukutamuu.

maggaanyessuu go.
GAO

1.maggaanyaa dhoofsisuu. 2. rukuttaa cimaa rukuchuu.

maggaarrajaa ma.
GAO

daara balbala, fodaaa,w.k.f. irratti dawoof jedhanii fannisan, golgaa.

maggala ma.
GAO

iddoo tokko keessa asiif achi deddeebi'a, garmaama.

maggalaa ad.
GAO

kan asiifi achi maggalu, garmaamaa.

maggalaiisuu go.
GAO

akka maggalu gochuu.

maggaluu go.
GAO

iddoo tokko keessa asiifi achi deddeebi'uu, gaarmaamuu; Fardi gulufuu barbaade yoo luugama aaban nim...

maka ma.
GAO

waliin dabala, waliin dhawa.

makaa ad.
GAO

kan waan biraa dabalate, qulqulluu kan hinta'in; Dhiiga makaa qaba.

Sponsors