Galmee Jechootaa Afaan Oromoo

Hiika Jechoota (Ramaddii: GAO)
14,032 Jechoota
luufuu go.
GAO

nyaatanii yookiin dhuganii fixuu; Inni aannan coocoo tokko luufu malee manaa hinbawu.

luugachuu go.
GAO

ofiif luuganii nyaachuu; Baaqelaa asheetii luugachuu beektaa?

luugama ma.
GAO

meeshaa sibiilaafi teepha irraa hojjetamee afaan horii fe'umsaa (gaangee, farda) keessa galchuudhaan...

luugamamuu go.
GAO

1.luugamaan qabamuu yookiin luugamni itti keewwamuu; Gaangeen kun luugamamuu barbaachisa.2. akka hin...

luugamsiisuu go.
GAO

akka luugamamu gochuu. luugUlUugo.

luugamsuu go.
GAO

1.luugamaan qabsiisuu. 2. akka hindubbanne gochuu; Mucaa kee afaan luugamtee, maaliif hindubbatuu?

luugduu ad.
GAO

1.kan aannan luuguudhaan, (keessumattuu lafati kaatti) beekamu. 2. kan nama deegsu (baay'ee nama irr...

luugoo 1 ma.
GAO

baaqelaa asheetii kan qolaa wajjin affeelamu; Luugoo baaqelaa irra keessee na eegde.

luugoo 2 ma.
GAO

lafa qargara, aannoo bishaanii jiru keessumattuu kan kaloo qabu; Horii  kana luugoo sanattitti gees...

M,m
GAO

qubee Oromoo kan tarree kudha sadaffaa irratti argamu.

maa da. go.
GAO

sababa kamiif; Maa dhufte? Maa koottu naan jette?

maa'essa ad.
GAO

1.horii didaa, fincilaa; "Afaan nagaan maa'essa alaa galcha." 2. kan booda irra ta'u, dhufu dura kan...

maa'i baasii ad.
GAO

kan maasii raawachiisu, Waldaan maa'i baasii qottootaaf meeshaa qonnaa nifida.

maa'ii baasachuu go.
GAO

1.Jiruu ofii raawwachuu; Maa'ii baasannaan nideema. 2 bu'aa buusu, waan nama gargaaru haromsiisuu.

maa'ii baasuugo.
GAO

1.waa hojjechuu. 2. dalaga bu'aa qabu dalaguu.

maa'ii ma.
GAO

waan hojjetamuun, raawwachuun, ta'uun irra jiru; Ijan maa'ii sibiraa qabuuf na eegi.

maa'ilaa
GAO

ilkaan ilkaan irratti marge.

maa'iruu go.
GAO

1.namaaf tole jechuu yookiin ajajamuu didu finciluu. 2. horiin gooluu yookiin finciluu.

maaagoftuu ad.
GAO

1.tan garaan maagaa duwwaa ta'e. 2. gar malee qalloo tan taatee akka maagaa fokkiftu.

maaahaa ma.
GAO

atara, baa qelaa yookiin missira hororamee yookiin garafajee, affeelamee waxii ita'u.

Sponsors