gocha lallabuu, keessumattuu haasaa ija hinqabneef; Akkasumaan lallabbii baay'isa.
horii ilkaan lama cabsate; Saani ati lammacha Jettee bitte ilkaan tokkoyyuu hinqabdu.
guyyaa Wiixata, Dafinoo yookiin Hojja dureetti aanee dhufu,Facaasaa, Bal'oo, Kiibxata.
kan jalqabatti aanee si'a lakkoofsaa dhufu, lammaffaa,lammeessoo, ammata balleessaa akkasiitti hinde...
1.gosa caala walitti dhiyaatu yookiin walitti aanuu. yoo talaxaan nama quqee, si irran ciisa yaa lam...