Galmee Jechootaa
Gara Galmee Jechootaatti Deebi'aa
Ka'umsa
GAO
lammii ma.
lammii ma.
GAO
Hiika
1.gosa caala walitti dhiyaatu yookiin walitti aanuu. yoo talaxaan nama quqee, si irran ciisa yaa lammii koo, yoo halagaan nama quufee siittan gala yaa lammii koo. 2. nama biyya tokko keessatti dhalachuun yookiin eyyema argachuun mirga guutuu qabaatee jiraatu; Lammii Itoophiyaa, lammii Ameerikaa,w.k.f.
Sponsors